Mark 3:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
durriisota baasiisaafille baallii akka qabaatanu namoota kudhanii lamaan filatee, “Ergantoota” jedhee moggaase.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle humna jinniini nama keesa baaftanile isanii kenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee humna jinniin nama keessaa baasanillee isaanii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worra dhibaman akka fayyisanii fi jinniillee akka baasan baallii akka qabaatan namoota kudha lama filatee, «Ergamtoota» jedhee moggaase.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
worra dhibaman akka fayyisanii fi jinniillee akka baasan baallii akka qabaatan namoota kudha lama filatee, «Ergamtoota» jedhee moggaase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jinniiwwan akka baasaniif'llee aangoo isaaniif ni kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
durriisota baasiisaafille baallii akka qabaatanu namoota kudhanii lamaan filatee, «Ergantoota» jedhee moggaase.