Mark 3:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yaaqoobii fi Yohaannisii ilmaan Zabdewoosii, worra Inni “Bo'anerges” jedhee moggaase; akkasi jechuulle, “Ilmaan Mandiisu'uu” jechu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobo ilma Zebedayo, Yohana oboleesa Yakobo (ka worra lachu inni maqa Boanerge iti baase, akasi jechaani Ilmaani Mandiisu jecha),
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yaaqoobii fi Yoh. aannis, ilmaan Zabdewos ta innii isii lachuu, “Bo'anerges” jedhee moggaase, akkas jechuun “Ilmaan mandiisuu” jechuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmaan Zebdewoosiillee Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannisiin, «Bo'anergees» jedhee moggaase; akkas jechuun, «Ilmaan gigissa'aa» jechu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilmaan Zebdiwoosiillee Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannisiin, «Bo'anergees» jedhee moggaase; akkas jechuun, «Ilmaan gigissa'aa» jechu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bo'anergees yookiin ijoollee hangaasu'uu jedhee ka moggaase, ijoollee Zabdewoosii Yaaqoobii fi Yohaannisiin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoobii fi Yohaannisii ilmaan Zabdewoosii, worra Inni «Bo'anerges» jedhee moggaase; akkas jechuulle, «Ilmaan Mandiisu'uu» jechu'u.