Mark 3:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jarri Yesuus himachuu fedhanee, guyyaa Sanbataatiin akka inni isa fayyisu gaadanu tokkolle achi jiraniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra tokoti achi jira ka Yeso himachu fed'e tanaafi guyya Sabato aka inni isa fayyisu eegani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii tokko ka Yesus himachuu fedhe akka innii guyyaa sanbataatiin isa fayyisu ilaalaa jedhee achi tata'ee eege.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Yesuusiin himachuu barbaadanii guyyaa Sambataatiin akka inni isa fayyisu gaadanillee achi turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni Yesuusiin himachuu barbaadanii guyyaa Sambata diqqa'aatiin akka inni isa fayyisu gaadanillee achi turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesusiin himachu'uuf namoonni barbaadan, «Guyyaa Sanbbataatiin ka fayyisuun yoo ta'e mee haa laalluu!» jedhanii, ni eegganiin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jarri Yesuus himachuu fedhanee, guyyaa Sanbataatiin akka inni isa fayyisu gaadanu tokkolle achi jiraniiyyu.