Mark 3:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan, “Inni maraateera” waan jetteef, firoottan isaa kana dhage'anee isa qabiisaaf dhufane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana d'ageennaani fiit'aani isaa isa fuud'u d'ufte, waan biyyiti, Inni ya maraate jetteefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kaan dhageennaan fiixaan isaa, “Innii ya maraate” jettee isa fuudhuu dhufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni, «Inni maraateera» waan jedhaniif firtoonni isaa kana dhagayanii isa qabu'uuf dhufan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni, «Inni maraateera» waan jedhaniif, firtoonni isaa kana dhagayanii isa qabu'uuf dhufan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yesus maraatee jira!» yoo jedhamu dhagayuu isaaniitiin worri isaa isa qabu'uuf, gara isaa ni dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan, «Inni maraateera» waan jetteef, firoottan isaa kana dhage'anee isa qabiisaaf dhufane.