Mark 3:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barsiisoti Seeraa worri Yerusaamii dhufane ammoo, “Bi'el Zebul isa keessa jira! Inni hunna mooticha durriisotatiin durriisota baasa” Yesuusiin jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Seera beekhu ka gari ka Yerusalemu gadi bue waan jed'e, Beelzebuliti isa qabate, ammalle humna gudda jinnitiini jinni nama keesaa baasa jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii Seera beeku ka Yerusaalemii dhufe ammoo, “Bi'el Zeebuliitti isa qabate, ammallee humna guddaa jinniitiin jinnii nama keessaa baasa” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barsiisonni Seera Muuse'ee worri Yerusaalemii dhufan ammo, «Bi'el Zebul isa keessa jira! Inni hunna mootii jinnootaatiin jinnii baasa» Yesuusiin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barsiisonni Seera Muuse'ee worri Yeruusaaleemii dhufan ammoo, «Bi'el Zebul isa keessa jira! Inni hunna mootii jinnootaatiin jinnii baasa» Yesuusiin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barsiisonni seeraa worri Yerusaalemii bu'an, «Inni Bi'el zebuliin qaba! Jinniiwwan'llee ka baasu, itti gaafatamaa jinniiwwanii ka ta'e, Bi'el zebuliii kanaan!» jedha'aa ni odeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisoti Seeraa worri Yerusaalemii dhufane ammoo, «Bi'el Zebul isa keessa jira! Inni hunna mooticha durriisotaatiin durriisota baasa» Yesuusiin jedhane.