Mark 3:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jennaan Yesuus gara ifii isaan waamee, “Attamiin Seexanni Seexana baasu'uu dande'a?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yesoni biyya yaame, mammaasaani waan jed'eeni, Sheet'ani akami dandae Sheet'ana baasa?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba Yesus biyya yaamee, mammaassaan, “Sheexanii akkamiin danda'ee Sheexana baasa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara ufii isaan waamee mammaakaan akkana isaaniin jedhe, «Seexanni attamitti seexana baasuu danda'a?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee gara ufii waamee, fakkeennaan akkana isaaniin jedhe, «Seexanni seexana baasuu attamitti danda'aa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee isaan gara isaa waamee fakkeennaan akkana isaaniin ni jedhe, «Sheexanni attamitti sheexana baasu'uuniif danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jennaan Yesuus gara ifii isaan waamee, «Attamiin Seexanni Seexana baasuu dande'a?