Mark 3:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ani dhugumaan isinitti hima, cubbuun maraa fi dubbiin arrabaa marti afaan namaa keessaa yoo baate, ilmaan namaatiif araarri hin kennama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Dabaafi araba nami jed'u ch'ufa Waaqi nama inaraarama,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugumaa, waan anin isanitti himu, “Cubbuu fi arraba hamaa namii dubbatuullee cufa Waaqii namaa inaraarama,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani dhuga'aan isiniin jedha cubbuun marti, nama arrabsuunillee dhiifamsa qaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ani dhuga'aan isiniin jedha, cubbuun marti, nama arrabsuunillee dhiifamsa qaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Dhugamaan isiniin jedha, cubbuun namoonni hojjatanii fi dubbiin arrabaa ka dubbatan maraafuu, dhiifaminni ni taasfamaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani dhugumaan isinitti hima, cubbuun maraa fi dubbiin arrabaa marti afaan namaa keessaa yoo baate, ilmaan namaatiif araarri hin kennama.