Mark 3:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus sababa kolbaan, “Inni ayyaana hamaa qaba” jetteertuuf akkana jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Yesoni akana jed'eefi, waan qara biyyiti, Inni jinni qaba jetteefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii Yesus akkana jedheef, waan qara biyyitii, “Innii jinnii qaba” jetteef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus sababa namoonni, «Inni ayyaana hamaa qaba» jedhaniif kana isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus sababa namoonni, «Inni ayyaana hamaa qaba» jedhaniif kana isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus kana ka dubbateef, «Hafuura batti'iitu isa keessa jira» jechuu, isaaniitiin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus sababa kolbaan, «Inni ayyaana hamaa qaba» jetteertuuf akkana jedhe.