Mark 3:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba jaralle'een, “Seerri keenna guyyaa Sanbataatiin dansa'a moo hantuu tolchuu, yookiin lubbuu fayyisuu moo ijjeesuu nu ajaja?” jedhe. Isaan ammoo cadhisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani waan biyyaani jed'e, Guyya Sabato aki waan dansa tolchani fullaa mo fullaaniti? Lubbu baasani mo inijeesani? Ammo worri isa gula dubbachu dide ch'allise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Biyyaan, “Guyyaa Sambataa waan dansaa tolchuun seera moo seeraanii? Kun guyyaa lubbuu fayyisaan moo ka lubbuu ijjeesan?” jedhe. Warrii ammoo isa gula dubbachuu didee callise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii inni isaaniin, «Guyyaa Sambataatiin waan mishaa godhu'u moo waan badaa godhu'utu Seeraan kennameera? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeessu'u?» jedhe. Isaan ammo hin cadhisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii inni isaaniin, «Guyyaa Sambataatiin waan mishaa godhu'u moo waan badaa godhutu Seeraan kennameera? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeessu'u?» jedhe. Isaan ammoo hin cadhisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achiin duubatti'llee, «Haa ta'u malee guyyaan Sanbbataatiin ka eeyyamame, waan mishaa raawwachu'u moo yookiin hama'a? Lubbuu fayyisu'uu moo yookiin balleesu'u?» jedhee isaan ni gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba jaralle'een, «Seerri keenna guyyaa Sanbataatiin dansaa moo hantuu tolchuu, yookiin lubbuu fayyisuu moo ijjeesuu nu ajaja?» jedhe. Isaan ammoo cadhisane.