Mark 3:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre worri Fariisaayotaa gad bayanee, yennuma san golii Heroodisii woliin attamiin akka isa ijjeesanu mari'atane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farisayooni gadi yaate hojuma suni jara Herode woliini kora tolchite, aka Yeso ijeesani wolmariatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisootii gad yaatee hojjuma sun jara Herodisii waliin kora tolchitee, akka Yesus ijjeesan walmari'atan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii Fariisonni gad bayanii yoma san attamitti akka isa ajjeesan miiltota Heroodisii woliin mari'atan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii Fariisonni gad bayanii yomasan attamitti akka isa ajjeesan miiltota Heroodiisii woliin mari'atan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakkumatti Fariisonni bayanii attami taasisanii Yesusiin akka balleessaniin, namoota Heerodisii woliin ni mari'atan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre worri Fariisaayotaa gad bayanee, yennuma san golii Heroodisii woliin attamiin akka isa ijjeesanu mari'atane.