Mark 3:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus barattoota ifii woliin gara cinaa abbaayaa Galiila'aa deeme. Gumiin guddoon Galiila'aa, biyya Yihuda'aatii,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni jara ufi woliini galaanati deebie. Gumiini guddooni ta Galilayatiifi ta Yudeatiifi ta
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus jara ufii waliin gara galaana Galiilaa deebi'ee, waan innii tolche dhageennaan gumiin guddoon biyya Galiilaa, ta Yihudaa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus darasoota woliin gara Galaanaa siiqe. Worri Galiila'aa dhufan namoonni hedduu isa faanaa deeman;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus darasoota woliin gara Galaanaa siiqe. Worri Galiila'aa dhufan namoonni hedduun isa faanaa deeman;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus barattoota isaa woliin gara garba ciisaa Galiila'aa ni deeme. Galiila'aa fi Yihuda'aa'llee namoonni baayi'een ni horddofaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus barattoota ifii woliin gara cinaa abbaayaa Galiila'aa deeme. Gumiin guddoon Galiila'aa, biyya Yihuda'aatii,