Mark 3:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin guddoo sun akka isa hin cifanneef, akka hoboloo isaa qopheessanu barattoota ifiititti hime.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni jara isaatiini, Hobolo toko na kurfeesa jed'e, aka gumiini guddooni isa indadarbine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii akka gumiin guddoon isa hindadarbine, jara isaatiin, “Hoboloo tokko naa kurfeessaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan namoonni guddisanii baay'ataniif dhiibamee akka hin kufne yabala akka isaa qopheessan darasoota ajaje.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni waan namoonni guddisanii baayi'ataniif dhiibamee akka hin kufne yabala akka isaa qopheessan darasoota ajaje.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Baayi'nna ummataa irraa kan ka'een akka isa hin haccuu'cineef, hoboloo qopheessanii akka dhiyeessaniif, barattoota isaa ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin guddoon sun akka isa hin cifanneef, akka hoboloo isaa qopheessanu barattoota ifiititti hime.