Mark 4:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa Yesuus qofi jiru, worri adaala isaa jiranu fi barattooti kudhanii lamaan waan mammaassa kanaa isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni koba jiru, jara isa gula yaufi jari kud'ani lamaani kaani waan mammaasa kana isa gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo innii kophaa jiruu, jarii isa gula yaa'uu fi jarii kudhanii lamaan kaan waan mammaassaa kana isa gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Yesuus hojja jirutti worri hulee sanii darasoonni kudha lamaa waan mammaaka kanaa isa gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa Yesuus hojja jirutti worri hulee sanii darasoonni kudha lamaa waan mammaaka kanaa isa gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus adda isaa yeroo ta'utti ni horddofaniin namoonni turanii fi barattoonni isaa kudha lamaan, waayee hiikkaa fakkeennota ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Yesuus qofi jiru, worri adaala isaa jiranu fi barattooti kudhanii lamaan waan mammaassa kanaa isa gaafatane.