Mark 4:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi facaasu jecha Waaqaa facaasa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami fach'aasu dubbi Waaqa fach'aasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii facaasu dubbii Waaqaa facaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi facaasu dubbii Rabbii facaasa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichi facaasu dubbii Rabbii facaasa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka facaasu dubbii Waaqaa ni facaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi facaasu jecha Waaqaa facaasa.