Mark 4:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo yaaddoon waan lafa tanaa, badhaadhi durumma'aa, halchaan waan adda addaa itti seentee, jecha Waaqaa huutee midhaan adoo hin buusin hafan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo d'ipu lafa tanaatiifi gammada horitiifi d'araani gosa ch'ufaa seente, dubbi qanch'arsitu, aka mid'aani imbaamne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammoo dhiphuun lafa tanaa, gammada horiitii fi dharraan gosa cufaa seentee, akka midhaan hinbaamne dubbii qancarsitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
haa ta'uu ammo yaaddayu'uun jireenna adunyaa tanaa, durumma'aan sobamu'uu fi halchi waan adda addaa itti seenee, dubbii Rabbii huutee uduu sanyii hin godhanne hafan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
haa ta'uu ammoo yaaddawu'uun jireenna adunyaa tanaa, durumma'aan sobamu'uu fi halchi waan adda addaa itti seentee, dubbii Rabbii huutee uduu sanyii hin godhanne hafan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee yaadinni biyya lafa kanaa, jaalallitti qabeennaatii fi ka bira'aa'llee hawwiin tasaa gara onnee isaanii aseenee dubbii Waaqaa waan hudhuuf, firii malee ni hafa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo yaaddoon waan lafa tanaa, badhaadhi durumma'aa, halchaan waan adda addaa itti seentee, jecha Waaqaa huutee midhaan adoo hin buusin hafan.