Mark 4:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus waan hedduu isaan barsiisiisaaf itti mammaakee:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan heddu mammaasaani biyya barsiise, barsiisa ufi keesati waan jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii waan hedduu mammaassaan biyya barsiisee, barsiisa ufii keessatti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan hedduu mammaakaan barsiisa'aa ture. Hennaa barsiisu akkana isaaniin jedhe:
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni waan hedduu mammaakaan barsiisa'aa ture. Hennaa barsiisullee akkana isaaniin jedhe:
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonittoota baayi'ee'llee fakkeennaan isaan ni barsiise, yoo isaan barsiisu'llee akkana isaaniin jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus waan hedduu isaan barsiisiisaaf itti mammaakee: