Mark 4:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti aansee, “Nami ifa fidee qorii jala yookiin taqee jala hin keyaa? Addee mudhatutti fannisaa motii?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Isiyii, d'uguma ifse d'ufaniini qori yokhaani sire jala inkayani? Gubbati fannisaniiniti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warraan, “Isii, dhuguma ibsee dhufaniinii qorii yokaan siree jala inkayanii? Gubbaatti fannisaniinitii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akkana isaaniin jedhe: «Ibsaa fidanii gombisoo yookaan siree jala hin kaayanii ree? Kololee irra kaayanii mii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus akkana isaaniin jedhe: «Ibsaa fidanii gombisaa yookiin siree jala hin kaayanii ree? Kololee irra kaayanii mii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Naminni ibisaa ibisee ginddoo jala yookiin siree jala ni kaayaa ree? Ka kaayu bakka ifin isaa itti mulidhatu baattuu ibisa'aa irraa mitii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti aansee, «Nami ifa fidee qorii jala yookiin taqee jala hin keyaa? Addee mudhatutti fannisaa motii?