Mark 4:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami gurra dhage'u qabu dhage'uu ti” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gurra qabu ha d'agayu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii gurra qabu ha dhaga'uu!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka gurra dhagayu qabu yoo jiraate haa dhagayuu.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka gurra dhagayu qabu yoo jiraate haa dhagayuu.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa ka gurra dhagayu qabu, haa dhagayu!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami gurra dhage'u qabu dhage'uu ti» isaaniin jedhe.