Mark 4:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti dabalee, “Waan dhageettanu qalbeeffadha'a! Waan namaaf ittiin safartanutti isinille'eef hin safarama; caalchifameelle isiniif hin kennama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni waan worraani jed'e, Waan d'ageetani mid'aafad'a! Waan isani namaa kennitani isanile kennani, iti isani daranile.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee innii warraan, “Waan dhageettan midhaaffadhaa! Waan isan namaa kennitan itti isanii daranii isaniillee kennan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akkana isaaniin jedhe: «Waan dhageettan qalbifadhaa'a! Bikkituu isin itti bikkitanitti isiniif bikkama; ka san caalutu isinii eda'ama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus akkana isaaniin jedhe: «Waan dhageettan qalbifadhaa'a! Bikkituu isin itti bikkitanitti isiniif bikkama; ka san caalutu isinii eda'ama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deebi'ee'llee Yesus akkana isaaniin ni jedhe, «Waayee waan dhageettaniitiif ufi eeggadhaa! Waanuma isin ittiin safarttaniin isiniif'llee ni safarama, caala'atti'llee isiniif ni dabalama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti dabalee, «Waan dhageettanu qalbeeffadha'a! Waan namaaf ittiin safartanutti isinille'eef hin safarama; caalchifameelle isiniif hin kennama.