Mark 4:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nama wo qabuuf, itti dabalamee hin kennamaaf; nama womaa hin qanne ammoo, ka inni qabuuyyuu isa irraa hin fudhatama” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama wo qabu iti daraniifi, ammo ka woma inqamne waan inni qabule iraa fuud'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama wa qabu itti daraniif, ka homaa hinqamne ammoo waan innii qabuullee irraa fuudhan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka qabuuf eda'amee kennama; ka hin qabneef ammo ta qabu sunuu irraa fudhatamti.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka qabuuf eda'amee kennamaaf, ka hin qabneef ammoo ta qabu sunuu irraa fudhatamti.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka qabuuf ni kennama, yoo ka hin qabnnee garuu, ka qabu sunuu irraa ni fudhatama» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama wo qabuuf, itti dabalamee hin kennamaaf; nama womaa hin qanne ammoo, ka inni qabuuyyuu isa irraa hin fudhatama» isaaniin jedhe.