Mark 4:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti aansee, “Mootummaan Waaqaa nama ficha'atti midhaan facaasee fakkaatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan jed'e, Finni Waaqa aka nama mid'aani oobru ufi keesa harch'aasu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii, “Mootummaan Waaqaa akka nama oobruu ufii keessatti midhaan facaafatee jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee akkana jedhe: «Jeennanni Rabbii nama maasa'atti sanyii facaasu fakkaatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammallee akkana jedhe: «Jeennanni Rabbii nama maasa'atti sanyii facaasu fakkaatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Mootummaan Waaqaa biyya lafaa irratti nama sanyii facaasu fakkaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti aansee, «Mootummaan Waaqaa nama ficha'atti midhaan facaasee fakkaatti.