Mark 4:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi galee halkan hin rafa, guyyaa hin ka'a; midhaan sun ammoo adoo inni hin beekin mudhee guddata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani rafe, guyya kaa, mid'aleeni bahani guddatani, ato inni imbeekatiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii halkan rafee, guyyaa ka'a, adoo innii hinbeekkatin midhaalleen ba'anii guddattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi halkan hin rafa, guyyaa hin ka'a; inni attam akka ta'e uduu hin beenne sanyiin mutee guddata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichi halkan hin rafa, guyyaa hin ka'a; inni attam akka ta'e uduu hin beenne sanyiin mutee guddata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namichi halkan ni rafa, guyyaa'llee ni ka'a, attam akka ta'e'llee uduu hin beekin sanyiin ni biqila, ni guddata'lle'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi galee halkan hin rafa, guyyaa hin ka'a; midhaan sun ammoo adoo inni hin beekin mudhee guddata.