Mark 4:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa midhaan sun bilchaate, haammaan waan geetteef, yennuma san inni haantu'uun haama” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo mid'aani bilchaatani, inni maro tokotu mura, waan mid'aani bilchaataniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo midhaan bilchaatan, innii waan midhaan bilchaataniif, marroo tokkoottuu mura” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa sanyiin gayee goge, haamaan waan gayeef yoosuu worri haamu haamaa jalqaba.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa sanyiin gayee goge, haamaan waan gayeef yoosuu worri haamu haamaa jalqaba.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Midhaan'llee yoo gayetti yeroo callaan wolitti qabamu waan ta'eef, namichi bakkumatti haamittuu ni qopheessa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa midhaan sun bilchaate, haammaan waan geetteef, yennuma san inni haantu'uun haama» jedhe.