Mark 4:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammalle, “Mootummaa Waaqaa maaniin wol fakkeessina? Yookiin mammaassa kamiin isii hinna?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni waan jed'e, Finni Waaqa nu maani wolfakeesina? Mammaasa kamiini himna?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee innii, “Mootummaa Waaqaa nu maaniin walfakkeesina? Mammaassa kamiin himna?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akkana jedhe: «Jeennata Rabbii maali'iin wol fakkeessina? Yookaan mammaaka attamiitiin himna?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus akkana jedhe: «Jeennata Rabbii maali'iin wol fakkeessina? Yookiin mammaaka attamiitiin himna?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus akkana ni jedhe, «Mootummaa Waaqaa maali'iin wolitti isii bikkinaan? Yookiin Fakkeenna maali'iitiin isii ibisinaan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammalle, «Mootummaa Waaqaa maaniin wol fakkeessina? Yookiin mammaassa kamiin isii hinna?