Mark 4:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isiin akka midhaan Sanaafici'ii ti. Midhaan isi'ii yennaa lafatti facaafamu midhaan biyya lafaa maraa irra hin diqqaata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni guma dambi fakaata, ka hojja oobrani mukha ch'ufa ira diqa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isiin gumaa dambii ka yo oobran gumaa cufa irra diqqaa fakkaatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin akka sanyii Heexo'ooti; Isiin hennaa lafatti facaasan sanyii lafa irra jiru maraa irra diqqo'o.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiin akka sanyii Sanaaficaati. Isiinillee hennaa lafatti facaasan sanyii lafa irra jiru maraa irra diqqo'o.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sanyii suuniffa'aa ni fakkaatti, isiin yoo facaafamttutti sanyii arddii irra jiran mara irraa ta diqaatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin akka midhaan Sanaafici'ii ti. Midhaan isi'ii yennaa lafatti facaafamu midhaan biyya lafaa maraa irra hin diqqaata.