Mark 4:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni yennaa facaafame, latee hin guddata; waan ficha'atti facaafame maraa irra ka caalu te'a; dameelee gugurdoo hin baasa. Sinbirreen dhuttee gaddisa damee isaa jalatti mana ijaarratti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo eegi fach'aasani guddate, mukha ch'ufa ira d'eerate, dame baasa, aka simpirreeni keesati mana ijaaratte teetu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo eegii facaasan guddateetti, mukaa cufaa irra dheeratee, damee baasa, akka simphirreen keessatti mana jaarrattee teettu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa facaafamte muttee guddatti; ta biqiltuu maraa caaltu taati; dameewwan gugurdaa baafatti; Simbirroonni dhufanii gaaddisa damee isi'ii jalatti maandhee ijaaratan.» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa facaafamte muttee guddatti; biqiltuu maraa ta caaltu taati; dameewwan gugurdaa baafatti. Simbirroonnille dhufanii gaaddisa damee isi'ii jalatti maandhee ijaaratan.» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eega facaafamtteen duubatti garuu guddattee biqilttuu maraa ni caaltti, sinbirroonni sami'ii'llee irratti mandhee ijaaratanii, boqachuu haga danda'anitti dameewwan ol aanttota ni baafitti.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni yennaa facaafame, latee hin guddata; waan ficha'atti facaafame maraa irra ka caalu te'a; dameelee gugurdoo hin baasa. Sinbirreen dhuttee gaaddisa damee isaa jalatti mana ijaarratti» jedhe.