Mark 4:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni mammaassaan malee isaanitti hin dubbanne; ammoo yennaa barattoota ifii woliin qofi jiru, waan maraa isaanii hiike.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni mammaasa male worrati inhasoomne; ammo kobati jara ufi waan ch'ufa barsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii mammaassa malee warratti hinhaasoomne; kophaatti ammoo jara ufii waan cufa barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waa maraa mammaakaan isaanitti hime. Hennaa darasoota ufii woliin hojja jiru ammo waa maraa isaanii ibsa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni waa maraa mammaakaan isaanitti hime. Hennaa darasoota ufii woliin hojja jiran ammoo, inni waa maraa isaanii ibsa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fakkeenna malee'llee isaan hin barsiisu ture, adda isaa yoo ta'an garuu, waan maraa barattoota isaa ni hubachiisa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni mammaassaan malee isaanitti hin dubbanne; ammoo yennaa barattoota ifii woliin qofi jiru, waan maraa isaanii hiike.