Mark 4:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus gaafuma san galgala barattoota ifiitiin, “Ka'aa, gara abbayya'aan gamaa buunaa” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyuma suni, lafti galgaloomnaani, Yesoni waan worraani jed'e, Koota, gama kaaniti taakina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyuma sun, laftii galgaloomnaan, Yesus warraan, “Koottaa gama kaanitti taakkinaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafas hennaa aduun dhiite Yesuus, «Beenaa galaana gama ceenaa» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gaafas hennaa aduun dhiite Yesuus, «Beenaa, galaana gama ceenaa» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa san galgala Yesus barattoota isaatiin «Gara garba ciisa'aatiin gamaa haa ceenuu!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus gaafuma san galgala barattoota ifiitiin, «Ka'aa, gara abbaaya'aan gamaa buunaa» jedhe.