Mark 4:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus hoboloo san keessa gara duubaatiin boraafatee rafeeraayyu. Barattooti isaa isa dammasanee, “Barsiisa'a! Yoo nu dhumannu womaa si hin dhibuu!” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni hobolo duuba, saabo gubba rafuu jira. Beenni isa kaase waan jed'eeni, Aabbo, atini woma iyaaltu yo nu hobaanu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo hoboloo duuba, saaboo gubbaa rafuu jira. Biyyii isa dammassitee, “Aabboo, badiin teenna si hindhibduu?” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni yabala san keessaa gara duubaatiin boraatii boraafatee rafee ture. Darasoonni isaa isa dammassanii, «Barsiisaa'a! baduun keenna garaa si hin nyaatuu?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee yabala san keessaa gara duubaatiin boraatii boraafatee rafee ture. Darasoonni isaa isa dammassanii, «Barsiisaa'a! Baduun keenna garaa si hin nyaatuu?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Yesus, hoboloo irra gara kutaa duubaatiin boraatii boraafatee rafee jira ture, ergamittoonni isaa hirribaa kaasaniiniiti, «Yaa barsiisaa! Yobannu bannu garaa si hin nyaannuu ree?» ni jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus hoboloo san keessa gara duubaatiin boraafatee rafeeraayyu. Barattooti isaa isa dammassanee, «Barsiisa'a! Yoo nu dhumannu womaa si hin dhibuu!» jedhane.