Mark 4:40 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba barattoota ifiitiin, “Maaf guddoo sodaattane? Haga ammaa dhugeeffannaa hin qaddanuu?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan worraani jed'e, Maafi akana d'eetani? D'ugefacha inqabdani ammalle?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii warraan, “Maaf akkana sodaattan? Ammallee dhugeeffachaa inqabdanii?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii darasoota ufiitiin, «Maaf akkana sodaattan? Haga ammaallee amantii hin qabdanii» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii darasoota ufiitiin, «Maaf akkana sodaattan? Haga ammaallee amantii hin qabdanii» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Akkanatti ka sodaatan maali'iif? Attamitti'llee isin amantii hin qabanne?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba barattoota ifiitiin, «Maaf guddoo sodaattane? Haga ammaa dhugeeffannaa hin qaddanuu?» jedhe.