Mark 4:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ammoo guddoo sodaatanee, “Ka bubbe'ee fi danbaliille isaaf ajajamanu kun eennu inni?” woliin jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri guddo sodaate, waan woliini jed'e, Eennu kunini, ka bubbeefi galaani sarmuufi? jed'ani wolgaafatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii guddoo sodaatee, waliin, “Namii kun eennu, ka bubbee fi galaaniilleen sarmuuf?” jedhee walgaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guddisanii waan sodaataniif, «Ka bubbeenii fi dambaliin ajajamuuf kun eennu inni?» woliin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guddisanii waan sodaataniif, «Ka bubbeenii fi dambaliin ajajamuuf kun eennu inni?» woliin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee haalaan sodaatanii ufii isaaniitii woliin, «Haa ta'u malee, bubbe'ee fi garbi ciisaan'llee ka isaaf ajajaman, kun eennu?» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo guddoo sodaatanee, «Ka bubbe'ee fi danbaliille isaaf ajajamanu kun eennu inni?» woliin jedhane.