Mark 4:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gariin ammoo lafa dhakittii, lafa biyyee guddoo hin qanne irra harca'e; lafi inni irra harca'e biyyee gad fageenna waan hin qanneef ariifatee mudhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani gari lafa d'akha gubbaa jigani, fulla biyyeeni guddo injirre; duuba hure bahani, ammo maro biyyeeni guddo gadi injirrefi,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Midhaan garii lafa dhakaa gubbaa jigan, fulaa biyyeen guddoo hinjirre; duuba hurree ba'an, ammoo marroo biyyeen guddoo gad hinjirreef,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka biraallee lafa biyyee guddaa hin qabne ka jalli isaa dhaga'aa irra bu'e; biyyeen gad fageenna waan hin qabneef yoma san mute.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka biraallee lafa biyyee guddaa hin qabne ka jalli isaa dhaka'aa irra bu'e; biyyeen gadi fageenna waan hin qabneef yoma san mute.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sanyi'iin bira'aa bakka biyyeen baayi'een hin jirre lafa dhaga'aa irra ni bu'e, bakki'llee biyyee baayi'ee waan hin qabnneef, bakkumatti ni baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gariin ammoo lafa dhakittii, lafa biyyee guddoo hin qanne irra harca'e; lafi inni irra harca'e biyyee gad fageenna waan hin qanneef ariifatee mudhe.