Mark 4:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa aduun itti baate ammoo qoore; hidda gad fago'oo waan hin qanneef goge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aduuni baanaani gubatani, waan hidda inqamneefi gogani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
aduun baanaan waan hidda hinqamneef gubatanii gogan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa aduun baate ammo hin qoore; hiddalle waan hin godhanneef goge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa aduun baate ammoo hin qoore, hiddalle waan hin godhanneef goge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee yeroo aduun baatetti ni qaamaye, hidda gad fagaate waan hin qabnneef'llee ni goge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa aduun itti baate ammoo qoore; hidda gad fago'oo waan hin qanneef goge.