Mark 4:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gariin qoree keessa harca'e; qoreelle guddattee isa huute; inille midhaan hin buunne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani gari qoraati keesati jigani. Duuba qoraatiini baate, mid'aani qanch'arsite, mid'aani baasu d'owiti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Midhaan garii qoraattii keessatti jigan. Duuba qoraattiin baatee, midhaan qancarsitee, midhaan baasuu dhowwite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka biraallee qoree eddu'utti bu'ee sanyii hin godhanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka biraallee qoree eddu'utti bu'ee sanyii hin godhanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sanyiin bira'aa ximirroo qore'ee jiddu'utti ni bu'e, qoreen'llee yeroo guddattetti waan hudheeniif, firii malee ni hafe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gariin qoree keessa harca'e; qoreelle guddattee isa huute; innille midhaan hin buune.