Mark 4:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gariin ammoo biyyee dansaa keessa harca'e; innille mudhee, guddatee, midhaan buuse: gariin midhaan soddoma, gariin midhaan jaatama, gariin midhaan dhibba buuse! ” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani gari fulla biyye dansa jigani, bahani, mid'aani dansa baasani, ka gari sodoma, ka gari jaatama, ka gari d'ibba d'alani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Midhaan garii fulaa biyyee dansaa jiganii, ba'anii, midhaan dansaa baasan, ka garii soddoma, ka garii jaatama, ka garii dhibba dhalan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka biraa ammo lafa mishaa irratti bu'ee mutee guddatee sanyii kenne. Gariin soddoma, gariin jahaatama, gariinillee sanyii dhibba kenne.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka biraa ammoo lafa mishaa irratti bu'ee mutee guddatee, sanyii kenne. Gariin soddoma, gariin jahaatama, gariinillee sanyii dhibba kenne.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sanyiin bira'aa lafa mishaa irratti bu'ee ni baye, biqilli isaa'llee guddatee firii ni kenne, tokko soddoma, tokko jahaatama, tokko'llee dhibba ni daraare.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gariin ammoo biyyee dansaa keessa harca'e; innille mudhee, guddatee, midhaan buuse: gariin midhaan soddoma, gariin midhaan jaatama, gariin midhaan dhibba buuse! » jedhe.