Mark 5:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuusii fi barattooti isaa Abbaayaa Galiila'aatiin gama, gara biyya Gergeesa'aa dhufane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesofi jari isaa moga galaana Gerasene geennaani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesusii fi jarii isaa moggaa galaana Gergeesaa geennaan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusii fi darasoonni isaa galaana gama gara biyya Gergesooni dhaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusii fi darasoonni isaa gara galaana gama gara biyya Gergessooni dhaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garba ciisaa Galiila'aa hobolo'oon ce'anii, gara biyya Geraasenoon ni gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuusii fi barattooti isaa Abbaayaa Galiila'aatiin gama, gara biyya Gergeesa'aa dhufane.