Mark 5:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammalle inni ayyaana hamaa bacaa san adaala godina saniitii akka hin baanneef, jabeessee Yesuus kadhate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni guddo Yeso kad'ate aka lafa suni keesaa inni jinni suni imbaamne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii akka innii lafa sun keessaa isa hinbaamne guddisee Yesus kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya san keessaa akka isaan hin baafneef inni jabeessee isa kadhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Biyya san keessaa akka isaan hin baafneef inni jabeessee isa kadhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Biyya sanii'llee akka isaan hin ariineef, cimissee ni kadhateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle inni ayyaana hamaa bacaa san adaala godina saniitii akka hin baanneef, jabeessee Yesuus kadhate.