Mark 5:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san, adaala san roga gaaraa irra, booyyeen hedduun bobbaattee dheediisatti jirtiiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Booyyeti laaga gaara d'eedu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Booyyee guddootti laagaa gaaraa dheeduu jira jennaan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ededa gaara achi jiruu irra gobbuun booyye'ee heddu bobbayanii waan turaniif,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ededa gaara achi jiruu irra gobbuun booyye'ee heddu bobbayanii waan turaniif,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakka san hunda gaarotaa titti gobbuun baay'een bobayee jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san, adaala san roga gaaraa irra, booyyeen hedduun bobbaatee dheediisatti jirtiiyyu.