Mark 5:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre ayyaanoti hamooti sun, “Booyyota sanitti akka galluuf itti nu ergi!” jedhanee Yesuus kadhatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jinniini Yeso kad'atte waan jetteeni, Booyye suniti nu ergi, aka nu d'anne ke duunnu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jinniin Yesus kadhattee, “Booyyee sunitti nu ergi, akka nu dhandhee keessa duunnu” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gara booyyotaa akka gallu nu ergi» jedhanii kadhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Gara booyyotaa akka gallu nu ergi» jedhanii kadhatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf, «Yabo'oo deeminnee gara booyyeewwanii titti akka aseennuuf nuuf eeyyami!» jedhanii, ni kadhataniin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ayyaanoti hamooti sun, «Booyyota sanitti akka galluuf itti nu ergi!» jedhanee Yesuus kadhatane.