Mark 5:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus bira yennaa geyane, namichi duula ayyaana hama'aatiin qabamee ture sun woyaa uffatee, qalbiin deebitee achi te'eeruun dhagganee sodaatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoti d'ufani, namicha jinni gumi qabu kaani, ka achi tau argani, ka woya uyifate, qalbi ufi qabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesusitti dhufanii, namicha jinnii hedduu qabu kaan, ka wayya uyyifate, ka qalbii ufii qabu ka achi taa'uu arganii sodaatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Yesuusiin bira gayan namichi duula jinni'iitiin dhayamee ture sun uffata uffatee qalbiinillee deebiteefii ka taa'eeru arganii sodaatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa Yesuusiin bira gayan, namichi duula jinni'iitiin dhayamee ture sun, uffata uffatee, qalbiinillee deebiteefii ka taa'eeru arganii sodaatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara Yesus'llee dhufanii namichi hafuurota batti'iin qabamee ture sun dhukkuba isaa ka sammu'uu irraa fayyee, uffata isaa uffatee, taa'ee yeroo isa arganitti ni nayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus bira yennaa geyane, namichi duula ayyaana hama'aatiin qabamee ture sun woyaa uffatee, qalbiin deebitee achi te'eeruun dhagganee sodaatane.