Mark 5:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri dhagane sun, waan namichi ayyaanni hamaan keessa ture sunii fi booyyoti maan akka te'ane kolba'atti odeessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri arge kaani waan namicha jinni Gumi jed'ani qabutiifi waan booyyeeni taate worrati odeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii duraan achi jiru ka waan namichii jinnii hedduu qabuu fi waan booyyeen taate argee warratti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni isa argan sun waan namichi jinniin dhaye sun ta'ee fi waan booyyotaa bani'itti odeessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni isa argan sun, waan namichi jinniin dhaye sun ta'ee fi waan booyyotaa bani'itti odeessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee durssanii namoonni argan, namicha hafuurri jinni'ii irra buleetii fi booyyeewwan irratti waan ta'e maraa, isaanitti ni odeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri dhaggane sun, waan namichi ayyaanni hamaan keessa ture sunii fi booyyoti maan akka te'ane kolba'atti odeessane.