Mark 5:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba isaan akka Yesuus adaala biyya isaaniitii deemuuf gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri Yeso kad'ate, aka inni lafa worraa keesaa deemu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii akka innii lafa warra keessaa ba'uu Yesus kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii akka Yesuus biyya isaanii dhiisee deemu Isa kadhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii akka Yesuus biyya isaanii dhiisee deemu Isa kadhatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti namoonni biyyaa marri bayanii Yesus biyya isaanii keessaa bayee akka deemuuf ni kadhataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan akka Yesuus adaala biyya isaaniitii deemuuf gaafatane.