Mark 5:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus achii deemiisaaf adoo hoboloo yaabiisatti jiruu, namichi ayyaana hama'aan qabameeru sun, “Ani si woliin deema” jedhee isa kadhate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni hobolo keesa seenu jiru, namichi qara jinni qabu kaani Yeso kad'ate, aka isa woliini deemu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo innii hoboloo keessa seenuu jiruu, namichii qara jinnii qabu kaan, “Si waliin deema” jedhee Yesus kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Yesuus achii deemu'uuf yabala yaabbata'aaru namichi jinniin dhaye sun, «Ani si woliin deema» jedhee isa kadhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa Yeuus achii deemu'uuf yabala yaabbata'aaru namichi jinniin dhaye sun, «Ani si woliin deema» jedhee isa kadhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus uduma gara hobolo'oo irraa bayu'utti jiru, namichi hafuurri battiin irra bulee ture, «Yabo'oo si haa horddofuu!» jedhee, ni kadhateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus achii deemiisaaf adoo hoboloo yaabiisatti jiruu, namichi ayyaana hama'aan qabameeru sun, «Ani si woliin deema» jedhee isa kadhate.