Mark 5:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Yesuus hoboloo irraa bu'een, namichi ayyaanni hamaan qabeeru tokko addee goda awwaalaa keessaa bayee gara isaa dhufe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma inni hobolo keesaa bueni, nami jinni hamtu qabu toko,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akkuma innii hoboloo keessaa bu'een, namii jinnii hamtuu qabu tokko awwaala keessaa ba'ee isatti dhufe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Yesuus yabala keessaa baye namichi ayyaanni battiin dhayeeru tokko awwaallan jiddu'uu bayee gara isaa dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa Yesuus yabala keessaa baye, namichi ayyaanni battiin dhayeeru tokko awwaallan jiddu'uu bayee gara isaa dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma Yesus hoboloo irraa bu'een namichi hafuura hama'aan qabame tokko bakkumatti bakka awwaalaatii bayee, gara Yesusii ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Yesuus hoboloo irraa bu'een, namichi ayyaanni hamaan qabeeru tokko addee goda awwaalaa keessaa bayee gara isaa dhufe.