Mark 5:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre namichi deemee, biyya qachoota kudhan jedhantu keessatti, waan guddoo Yesuus isaaf godhe maraa odeesse. Worri dhage'ane marraayyuu jajane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni kae gale, lafa Dira Kud'ani ch'ufa keesati waan Yesoni isaa tolche hasae; nami isa d'agaye ch'ufti mame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ka'ee galee, lafa Dira Kudhanii cufa keessatti waan Yesus isaa tolche haasa'ee; namii isa dhaga'e cuftii mame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichillee deemee, waan guddaa attamii akka Yesuus isaa godhe biyya qachoota kudhan jedhamu maratti odeesse. Baniin dhagaye maruu hin maalalfate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichillee deemee, waan guddaa attamii akka Yesuus isaa godhe biyya qachoota kudhan jedhamu maratti odeesse. Baniin dhagaye maruu hin maalalfate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namichi'llee waan Yesus isaa taasiseef, «Magaalaawwan kurnan» biyya jedhamutti, odeessuu jala ni qabe. Worri dhagayan marri'llee ni maalaliffatan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre namichi deemee, biyya qachoota kudhan jedhantu keessatti, waan guddoo Yesuus isaaf godhe maraa odeesse. Worri dhage'ane martinuu jajane.