Mark 5:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Bulchitoota Mana Waaqeffannaa Yihudootaa keessaa namichi tokko, ka maqaan isaa Yaayiroos jedhamu dhufee, yennaa Yesuus dhagge, miila isaatitti gad jigee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi toko, ka Yairo jed'ani, guddaani mana Waaqa iti kad'atani, isati d'ufe. Yeso arginaani, inni miila isati jige,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii tokko, ka Yaayiros jedhan, guddaan Mana Waldeennaa isatti dhufee. Yesus arginaan, miila isatti jigee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Iyaayiroosi jedhamu bulchaan mana sagada Yihuudotaa tokko dhufee hennaa Yesuusiin arge luka isaa jalatti kufee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Iyaayiroosi namni jedhamu itti gaafatamaan Mana sagada Yihuudotaa tokko dhufee, hennaa Yesuusiin arge luka isaa jalatti kufee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achitti'llee itti gaafatamoota bakka woligayii isaanii keessaa tokko ka ture, Yaayiros namichi jedhamu Yesusiin yeroo argetti, miila isaa jalatti jigee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchitoota Mana Waaqonfannaa Yihudootaa keessaa namichi tokko, ka maqaan isaa Yaayiroos jedhamu dhufee, yennaa Yesuus dhagge, miila isaatitti gad jigee,