Mark 5:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isiin, “Woyuma isaalle yoo tuqe ani hin fayya” jedhaa gadhaa ifiititti yaadataa turte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan ufiini jette, Yo anini woya isaa qabad'ele, anini imfaya jette.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isiin garaa ufii keessatti, “Anin yo wayuma isaa callaa qabadhellee, infayya” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin, «Ani yoo uffata isaa tuqe hin fayya» jettee garaa ufiititti yaaddee turte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiin, «Ani uffata isaa yoo tuqe hin fayya» jettee garaa ufiititti yaaddee turte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee wonitti raawwatteef, «Uffatuma isaatuu yoo tuqee ni fayya» amantii, jedhuun ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin, «Woyuma isaalle yoo tuqe ani hin fayya» jedhaa gadhaa ifiititti yaadataa turte.