Mark 5:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennuma san dhiigi isi'ii lola'uu lakkisee, dhibee ifii irralle'ee akka fayyite itti dhage'ame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojuma suni d'iigi yaasuma lakise, aka fayyite nafa keesati ufi beete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hojjuma sun dhiigii yaasuma lakkisee, akka fayyitee nafa keessatti ufii beette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma san dhiinni isi'ii jiguu dhiisee, isiin dhibee ufii irraa akka fayyite uf irratti beette.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yomasan dhiinni isi'ii jiguu dhiisee, isiinillee dhibee ufii irraa akka fayyite ufirratti beette.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhiiginni isi'ii ka jigu'llee bakkumatti ni dhaabate, dhukkubisata isi'ii irraa akka fayyite'llee, qaama isii keessa itti ni dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san dhiigi isi'ii lola'uu lakkisee, dhibee ifii irralle'ee akka fayyite itti dhage'ame.