Mark 5:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti isaa, “Akka gumiin si dhiibiisatti jirtu adoo dhaggituu, ‘Eentu na tuqe?’ jettee gaafattaa?” isaan jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa waan jed'eeni, Gumi si d'iibdu, ato argitu, Eentu na qabate jetta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa ammoo, “Gumii si dhiibdu, adoo argituu, ‘Eentu na tuqe’ jettee gaafataa?” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonnillee, «Uduu akka gumiin si dhidhiiba'aaru argitu, ‹Eentu na tuqe?› jettee gaafattaa?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barattoonnillee, «Uduu akka gumiin si dhidhiiba'aaru argitu, ‹Eentu na tuqe?› jettee gaafattaa?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ergamittoonni isaa'llee, «Ummanni wol hacuuca'aa akka si horddofu uduu argitu, ‹eenutu ana tuqe?› jettaa?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti isaa, «Akka gumiin si dhiibiisatti jirtu adoo dhaggituu, ‹Eentu na tuqe?› jettee gaafattaa?» isaan jedhane.