Mark 5:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo nama isa tuqe dhaggiisaaf cinaa ifii ilaale.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni worra millate aka nama isa qabate argu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo nama isa tuqe arguuf warra millate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo nama isa tuqe argu'uuf uf irra gara galee laale.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo nama isa tuqe argu'uuf ufirra garagalee laale.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee kana ka raawwate eennuun akka ta'e laalu'uuf, ufi irra garagalee ni laale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo nama isa tuqe dhaggiisaaf cinaa ifii ilaale.